1/1
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW)  WUDUU WALIIN screenshot 0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW)  WUDUU WALIIN Icon

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN

Ethiomapps
Trustable Ranking IconDe confianza
1K+Descargas
4.5MBTamaño
Android Version Icon4.0.3 - 4.0.4+
Versión Android
5.0(23-03-2021)Última versión
-
(0 Opiniones)
Age ratingPEGI-3
Descargar
DetallesOpinionesVersionesInfo
1/1

Descripción de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.


Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.


AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN - Versión 5.0

(23-03-2021)
Otras versiones

¡Todavía no hay reseñas! Para escribir la primera, .

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN - Información de APK

Version de la app: 5.0Paquete: com.ethiomapps.salaatanabiyyichaa
Compatibilidad con Android: 4.0.3 - 4.0.4+ (Ice Cream Sandwich)
Desarrollador:EthiomappsPermisos:6
Nombre: AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIINTamaño: 4.5 MBDescargas: 13Versión : 5.0Fecha de lanzamiento: 2022-12-20 05:38:32Pantalla mín: SMALLCPU soportada:
ID del paquete: com.ethiomapps.salaatanabiyyichaaFirma SHA1: B6:0A:06:E9:06:99:76:1E:0B:80:35:58:26:CE:B7:F0:99:DA:24:5ADesarrollador (CN): AndroidOrganización (O): Google Inc.Localización (L): Mountain ViewPaís (C): USEstado/ciudad (ST): CaliforniaID del paquete: com.ethiomapps.salaatanabiyyichaaFirma SHA1: B6:0A:06:E9:06:99:76:1E:0B:80:35:58:26:CE:B7:F0:99:DA:24:5ADesarrollador (CN): AndroidOrganización (O): Google Inc.Localización (L): Mountain ViewPaís (C): USEstado/ciudad (ST): California

Última versión de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN

5.0Trust Icon Versions
23/3/2021
13 descargas4.5 MB Tamaño
Descargar

Otras versiones

4.0Trust Icon Versions
17/12/2020
13 descargas4 MB Tamaño
Descargar